Monthly Archives: April 2011

OSA Letter to Obama: Alleviate Human Suffering of Oromo & Other People of Ethiopia

The following is a letter (with the subject: “The attack on the Oromo and other people of Ethiopia“) written by the Oromo Studies Association (OSA) to U.S. President Barack Obama, and copied to the Heads of Governments of the Group-8 … Continue reading

Gallery | Leave a comment

Kidnapping, Disappearance, Deportation, Fear of Torture

Ethiopia: Human Rights League of the Horn Of Africa (HRLHA) Urgent Action and Appeal – PUBLIC 24 April, 2011 KIDNAPPING, DISAPPEARING, DEPORTING, FEAR OF TORTURE The Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) would like to express its … Continue reading

Gallery | Leave a comment

50 Soldiers, Including Officers, Defected to Kenya

(OLF News, April 22, 2011) Woyane soldiers, including two colonels, have defected from the Ethiopian regime to Kenya through the border. Among the defected officers, the names we have so far received are: 1. Colonel Hayla Mariyam Kumsa Wakayo, 2. … Continue reading

Gallery | Leave a comment

Qeerroon Ergamtoota Abbaa Irreetiif Dhaamsa Dabarse!

(Oduu Qeerroo, Adaamaa, Ebal 23, 2011) Yeroo ummati keenya cunqursaa irratti fincilee qabsaa’aa jirutti, kanneen diinaaf ulee ta’anii saba isaanii hiraarsaaf dhiyeessaa jiran gochaa jibbamaa kana irraa akka of qusatan Qeerroo dhaamsa dabarse. Kanneen haga ammaatti gochaa farra Namummaa, Bilisummaa, … Continue reading

Gallery | Leave a comment

Diddaan Gabrummaa Hanga Bilisummaatti(Barattoota Oromoo Uni Madda Walaabuu)Irraa

Universitylee  Oromiyaa keessaa fi naannoolee Ethiopia kaan keessatti FDG Itti fufe. Gabaasa qeerroo,Ebla 25,2011 Barattooti Oromoo mooraa University adda addaa keessaa baratan FDG itti fufanii hanga har’aa human Feederaalaa Wayyaaneen marfamanii jiraachuun beekamaa dha. University hedduu keessaa barnooti dhaabbatee akka jirus … Continue reading

Gallery | Leave a comment

Gaaffiin Mirgaa Itti fufe

Gaaffiin Mirgaa Itti fufe,Gootonni barattooti Oromoo xichoominaan Wayyaanee dura dhaabbatan. Odeessa Qeerroo,Ebla 21,2011. Barattoonni Oromoo University lee gara gara keessa jiran hanga ammaa waldhaansoo sirna bulchiinsa Wayyaanee waliin wal qabanii akka jiran guutummaa biyyaaf ifaadha.Sochii gootota Oromoo kanaan kan rifatte … Continue reading

Gallery | Leave a comment

Fincilli Itti fufe, Wayyaaneen Network qunamtii balleesite

Gootonni Barattooti Oromoo University Haromayaa Ebla 14,2011 irraa eegalanii hanga guyyaa har’aatti fincila diddaa gabrummaa itti fufanii jiru. Mootummaan Orom-nyaataa Wayyaanee barattoota Oromoo gaaffii mirga eenyummaa gaafataniif deebii deebisuu haqachuu irraan barattoota hidhuu fi rasaasaan madeessuun tooftaa godhatee jiraatu illee,gootoni … Continue reading

Gallery | Leave a comment