Diddaan Gabrummaa Hanga Bilisummaatti(Barattoota Oromoo Uni Madda Walaabuu)Irraa

Universitylee  Oromiyaa keessaa fi naannoolee Ethiopia kaan keessatti FDG Itti fufe. Gabaasa qeerroo,Ebla 25,2011 Barattooti Oromoo mooraa University adda addaa keessaa baratan FDG itti fufanii hanga har’aa human Feederaalaa Wayyaaneen marfamanii jiraachuun beekamaa dha. University hedduu keessaa barnooti dhaabbatee akka jirus … Continue reading

Gallery | Leave a comment

Gaaffiin Mirgaa Itti fufe

Gaaffiin Mirgaa Itti fufe,Gootonni barattooti Oromoo xichoominaan Wayyaanee dura dhaabbatan. Odeessa Qeerroo,Ebla 21,2011. Barattoonni Oromoo University lee gara gara keessa jiran hanga ammaa waldhaansoo sirna bulchiinsa Wayyaanee waliin wal qabanii akka jiran guutummaa biyyaaf ifaadha.Sochii gootota Oromoo kanaan kan rifatte … Continue reading

Gallery | Leave a comment

Fincilli Itti fufe, Wayyaaneen Network qunamtii balleesite

Gootonni Barattooti Oromoo University Haromayaa Ebla 14,2011 irraa eegalanii hanga guyyaa har’aatti fincila diddaa gabrummaa itti fufanii jiru. Mootummaan Orom-nyaataa Wayyaanee barattoota Oromoo gaaffii mirga eenyummaa gaafataniif deebii deebisuu haqachuu irraan barattoota hidhuu fi rasaasaan madeessuun tooftaa godhatee jiraatu illee,gootoni … Continue reading

Gallery | Leave a comment

Diddaan Qeerroo Itti Fufe

(Qunnamtii Oduu Qeerroo, Jimmaa, Ebla 20, 2011)Barattooti Oromoo University Jimmaa baratan akkuma barattoota Oromoo naannoo addaa addaa irraa gaaffii mirgaa, bilisummaa fi democracy gaafataa jiran; waammichi diddaa fi fincila ummataaf hiramus bakka adda addaatti maxxanfamaa akka jiru beekame. Bittaa sirna … Continue reading

Gallery | Leave a comment

From Dictatorship to Democracy in Afaan Oromoo

April 19, 2011 at 10:29 pm · Gadaa.com Title: Sirna Abbaa-Irreetirraa Gara Dimokraasii — Wixina Qabsoo Bilisummaatiif Malu Author: Gene Sharp Published: Ebla (April) 2011 Hiiktonni: Dr. Abdulsamad M. Yusuf, Boruu Barraaqaa, Jawaar Siraaj Muhammad Download: Afaan Oromo | Amharic … Continue reading

Gallery | Leave a comment

VIVA OROMIA DAY: St. Cloud State University in Minnesota

Gallery | Leave a comment

Oromo Women Leading the Diaspora Uprising Against Zenawi’s Regime

Posted in Uncategorized | Leave a comment